Preezdaant Saahilawarqii fi MM Abiy Preezdaant Isaayyaas waliin walargan

Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Ertiraa Isaayyas Afawarqii waliin wal arganiiru.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad fuula Feesbuukiisaanirratti akka ibsanitti, irradeebiin bagaa nagaan gara Ityoophiyaa dhuftaan jedhaniiru.

Guyyoota lamaaf wayita as turanitti dhimmoota garlameefi naannoo irratti ni marii’anna jedhaniiru.

Qaama hawaasa idiladdunyaa waan taaneef haalota qormaata waliin nu mudatan irratti kan marii’annu ta’a jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment