Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen ergaa baga Ayyaana Cuuphaan isin ga’e dabarsan.
Preezdaantii Saahilawarqi karaa fuula Tiwiiterii isaanii hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraan baga Ayyaana Cuuphaan isin ga’e jedhaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.