Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Daayreektara olaantuu Yuuniiseef Kaatiriin Raasil waliin mari’ataniiru.
Daayreektarittiin Ityoophiyaatti daa’immaann balaa uumamaa fi namtolcheen miidhaman daawwachuun deeggarsa idil addunyaa olaanaa argamsiisuuf gara Ityoophiyaa dhufuu ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.
Preezdaant Saahilawarq Yuuniiseef Ityoophiyaatti muuxxannoo hojii bara dheeraa qabaachuu fi hariiroo qaban fooyyessuu fi cimsuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu himaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.