Preezdaant Saahilawarq daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biizlii waliin mari’atan.

Preezdaant Saahilawarq daayreektaricha Masaraa Mootummaa Biyyoolessaatti simachuun mariisisaniiru.

Sagantichi hojiilee kanaan dura hojjetee fi karoora Ityoophiyaatti qaburratti mari’ataniiru.

Comments (0)
Add Comment