Preezdaant Saahilawarq ayyaana Moolidaa sababeeffachuun Faawundeeshinii tola ooltummaa Kaaliid waliin maaddii qooddatan

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Preezdaantiin FDRI  Saahilawarq Zawdeen Ayyaana Moolidaa sababeeffachuun namoota daandirraa Faawundeeshinii tola ooltummaa Kaaliidiin deeggaraman waliin maaddii qooddataniiru.

Sirna maaddii qooddachuu  kanarratti Kaantibaan Magaalaa Finfinnee, Preezdaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis fi keessummoonni biroo argamaniiru.

Preezdaant Saahilawarq namoota daandirra jiraatan 100 ol waliin maaddii qooddataniiru.

Lammiilee 100 oliif ammoo deeggarsa midhaan nyaataa taasiisaniiru.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment