Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddar yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Ameerikaa yeroo hojii isaanii xumuran Maayik Raayinar gaggeessan.
Preezdaant Saahilawarq Xaalayaa erga baga gammaddanii Preezdaantii Ameerikaa haaraa Joo Baayidaniif barreessan Ambaasaaddara gaggeessanitti laachuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa .
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment