Preezdaant Ristuu Yirdaa abbootii amantaa fi jaarsoolii biyyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa fi hoggantoonni olaanoo naannichaa abbootii amantaa fi jaarsoolii biyyaa waliin dhimmota biyyoolessaarratti magaalaa Hosaa’inaatti mari’ataniiru.

Marichaan Af Yaa’iin Mana Maree naannichaa aadde Faaxee Siriimooloo fi Paartii Badhaadhinaa naannoo Kibbaatti itti gaafatamaa damee siyaasa obbo Sintaayyoo Walda Mikaa’eel argamaniiru.

Marii isaaniin haala waqtaawaa naannoo fi biyyarratti marii taasisuun kallaatti gara fula duraa ni kaa’uun kan eegamuu ta’uu ragaan Biiroo Komisheeshinii naannichaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment