Preezdaant Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsan

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Raashiyaa Viildaamiir  Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsaniiru.

Preezdaant Puutiin Preezdaantii Turkii Raasiip Xaayiip Erdoogaan waliin bilbilaan marii taasisaaniiru.

Mariichaanis Preezdaant Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsuu CGTN gabaaseera.

Guyyoota kan lakkoofsiisee waraanni Raashiyaa Yuukreen biyyoonni lameen dheengaddaa lammiilee nagaaf kooridarii daddabarsaa namoomaa qopheessuu walii galuun isaanii ni yaadatama.

Biyyoonni lameen waraanaa gaggeessaa jiraaniin cinaatti mariin nageenyaa gaggeessaniis boruu yeroo 3ffaaf itti fufee akka gaggeeffamuu ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment