Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Jiibuutii Oomar Giileehi Muummee Ministiraa FDRI Dookta Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsaniiru.
Muummee Ministiraa FDRI Dookta Abiy Ahimad filannoo Waxabajjii 14,2013 gaggeeffameen sagaalee mootummaa hundeessuuf isaan dandeessisu argachuu isaanii hordofee,Preezdaantiin Jiibuutii Oomar Giileehi erga baga gammaddanii dabarsuu ragaan Jiibuutiitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.