Preezdaant Joo Baayidan biyyoonni lixaa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata akka barbaadan gaafatan

Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan biyyoonni lixaa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata akka barbaadan gaafatan.

Preezdaant Joo Baayidan tibbana  gara Awurooppaatti imaluun isaanii ni yaadatama.

Kaayyoon imalasaanii Ameerikaan biyyoota Lixaa waliin ta’uun waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata barbaaduu fi deeggarsa gosa kamiiyyuu kan taasistu ta’uu mirkaneessuuf akka ta’e NBC Niwys gabaaseera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment