Preezdaant Joo Baayidaan talaallii vaayrasii koroonaa fudhatan

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)-  Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan talaallii vaayrasii koroonaa har’a fudhataniiru.

Baayidaan talaallii jalqabaa wayita fudhatan Ameerikaanoonni talaallicha akka fudhataniif amansisaa ta’u isaa akka beekaniif jedhaniiru.

Talaalliin ‘Moderna’ jedhamuu kun tibba darbee Ameerikaa keessaatti eeyyama erga argatee booda laatamuu eegaleera.

Lammiileen Ameerikaa kumni 500 ol talaallichaa fudhachuu ibsameera.

Joo Baayidaanis ‘namoonni talaallicha akka fudhatan yaadachisuun barbaada homaa wanti nama sodaachisuu hin jiru’ jedhaniiru.

Bulchiinsi Tiraamp talaallichaa waan eegalchiiseef beekkamtiin laatamuufi qabas jedhaniiru.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment