Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa bu’uura ergaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimad,” Har’as akkuma kaleessaa qormaatilee injifannoon ceenee harka keenya galataaf diriirsina” jedhaniin sagantaa galateeffannaa gaggeesseera.
Saganticharratti Ajajaa Olaanaan Qajeelcha Waliigalaa Raayyaa Poolisii Federaalaa Komishinar Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliifi hoggantoonni olaanoon Poolisii argamaniiru.
Hundi harka isaanii mirgaa koma isaanii bitaarra kaa’uun daqiiqaa tokkoof dhaabbachuun galateeffataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.