Poolisiin Federaalaa Hidhannoo Ammayyaa hidhachuu beeksiise

Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa Hidhannoo Ammayyaa fi haaraa hidhachuu beeksiiseera.

Komaandoo fi Humni kora Bittinsaa Hidhannoo haaraa hidhateen naannawaa Finfinneetti shaakala gochaa taasiiseera.

Ga’umsii fi dandeettiin hidhannoo Poolisii Federaalaa Komaandoo fi Kora Bittinsaaf leenjii hojiirraa kenne Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eelii fi miseensota manaajimantiin daawwatameera.

Ga’umsa olaanaa Komaandoo fi Humni Kora Bittinsaa kunneen gochaan agarsiisaan hoggantoonni dinqisiifataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment