Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii aaddaa aariifachisaa gaggeessaa jira.
Waamicha biyyummaa dhiyaatee hordofee kutaa biyyaa hundaatti kan argaman miseensoonni poolisii raayyaa ittisaa cinaa dhaabbachuun aarsaa kaffalaa jiraachuu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Ityoophiyaa Dammalaash G/Mikaa’eel himaniiru.
Akka EBCn gabaaseetti marichi poolisiin ergama biyyummaasaa caalmaan haalaa cimsuun dandeessusuurratti xiyyeeffateera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.