Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa giddugala gootoota miseensotaa fi hoggantootaa dirqamarratti miidhamaniif ijaarsise eebbisiise.
Gootoota Itiyoophiyaa ijaaruuf waayita filman balaaf saaxilamaniif tajaajila mijataa laachuuf giddugalli kun ijaaramuu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel eeraniiru.
Akkuma abbootiin wareegama kaffaluun biyya asiin gahan nutis diinoota keessaa fi alaa qolachuun dhalootaaf ni dhaalchofna jechuu isaanii ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.