Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Poolaandi dabalataan barattoota Itiyoophiyaaf carraa barnoota bilisaa laachuu beeksiifte.
Baasiin barattoota yeroo dhiyootti gara Poolaanditti barnoota olaanaaf deemanii mootummaa Poolaandiin kan uwwifamu ta’uu ragaan Itiyoophiyaatti Embaasii Poolaandirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.