Piroojektiin Gorgoraa eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti kan argamu Piroojektiin Gorgoraa har’a eebbifameera.

Qaama Piroojektii Maaddiin biyyaaf kan ta’e Piroojektiin Gorgoraa har’a bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoo dabalatee hoggantoonni Olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannolee argamanitti eebbifameera.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment