Piroojektii Wancii – Dandii

Xiyyeeffannoon mootummaan damee Turizimiif kennuun hojjetamaa jiru keessaa Piroojektiin Wancii – Dandii isa tokko.

Piroojektiin Wancii – Dandii Kiiloo meetira 135 Finfinneerraa fagaatee argama.

Bakki ga’umsaa uumamaa kun bara Faranjootaa 2021 Dhaabbata Turizimii Addunyaarraa badhaasa bakka ga’umsa Turizimii filatamoo argateera.

Piroojektii naannawichaaf Siimboo addaa ta’eedha.

Qaama Piroojektii Maaddiin Biyyaaf kan ta’e Piroojektiin Wancii – Dandii Amajjii 4, 2016 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eebbifamuun hojii eegale.

Dargaggoonni 560 waldaalee 22 gurmaa’uun bakkichatti carraan hojii uumameefira.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment