Finfinnee, Eebla 9 ,2015 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Ogummaa piroojektii Carraa Hojii Uumuurratti dhaabbilee Idil Addunyaa waliin marii gaggeessaa jira.
Marichi carraa hojii uumuu dameewwan Dhiyeessii Humnaa, Manufaakcheriingiifi Geejjibaa irratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.
Maricharratti bakka buutoonni biyyoota Keeniyaa ,Taanzaaniyaa ,Ityoophiyaa fi qooda fudhatoonni biroon hirmaachaa jiraachuun eerameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.