Piroofesar Birhaanuun Waajjira Muummee sagantaa Waraqaa eenyummaa biyyaalessaa daawwatan

Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Waajjira Muummee sagantaa Waraqaa Eenyummaa biyyaalessaa daawwataniiru.

Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa yeroo daawwatan kanatti galmee Waraqaa Diijitaalaa Faayidaa raawwataniiru.

Waraqaan Eenyummaa Diijitaalaa kun barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataniif qooda olaanaa qabaachuu Piroofesar Birhaanuun himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment