Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Erer Eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Rakkoo bishaan dhugaatii naannoo Hararii ni fura kan jedhamee pirojaktiin bishaan dhugaatii Erer eebifamee

Piroojaaktichi Birrii miiliyoona 224’n hojiin babalisuu gaggeeffamaa turuun guyyaa har’aa bakka Pirisdaantiin Naannoo Hararii Ordiin Badrii argamanitti eebifameera.

Mootummaan naannichaa rakkoo bishaan dhugaatii naannichaa furuuf hojjechaa jira kan jedhaan Obbo Ordiin Badriin, bara 2016tti pirojektoota bishaan dhugaatiif xiyyeeffanaa olaanaan kennamuu kaasan.

Pirojaktiin bishaan dhugaatii kun dhiyeessii bishaan dhugaatii naannichaa guyyaatii meetir kiyuubii kuma 3 fi 500 ture gama meetir kiyuubi kuma 7tti kan guddisu ta’uu Hogganaan Biiroo Bishaanif Dhangala’aa Naannoo Hararii Obbo Diinii Ramadan himaniiru.

Yaasin shamsuddiintu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment