Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har’a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu, Siitiin qixa ba’e

Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har’a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu, Maanchiisteer Siitiin qixa ba’eera.

Tapha har’a waaree booda gaggeeffameen Cheelsiin Liidis Yuunaayitiidiin 3 fi 0 injifatameera.

Weest Haam Yuunaayitiidis Braayitoon & Hoov Albiyooniin goolii 2 fi 0n injifatameera.

Maanchiisteer Siitiin NiiwuKaastiil Yuunaayitiid waliin goolii 3 qaxa ba’eera.

Taphoota sadan hanga ammaatti taphatamaniin Arsenaal qabxii 9 liigicha yoo dursu, Maanchiisteer Siitiin qabxii 7 sadarkaa 2ffaarratti argama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment