Piriimaayer Liigii Itiyoophiyaan Dirre Dhawaan Qiddus Giyoorgis injifate

Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Dirre Dhawaan Qiddus Giyoorgis injifateera.

Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee taphatameen Dirre Dhawaan Qidduus Giyoorgis galchii 3 fi 0n injifateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment