Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame

Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame galchii 1 qixaan xumurameera.

Akkasumas taphni galgala kana sa’aatii 12:00 irraa eegalee Machaalii fi Faasiil gidduutti gaggeeffame goolii malee qixaan xumurameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment