Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Eeritiraa galan

Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Eeritiraa galaniiru.

Pirezidaantichi wayita Eeritiraa galan Pirezidaantiin Eeritiraa simannaa taasisaniifiiru.

Hoggantoonni lameen dhimmoota gamlameerratti kan mari’atan ta’uu ragaan Ministeera Beeksisaa Eeritiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment