Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin dhimma godaantota Sooriyaarratti mari’achuuf Iraan magaalaa Teehiraan galuu gabaafame.
Pirezidaantichi Pirezidaantii Iraan Ibraahim Raayisii fi Pirezidaantii Turkii Rasiip Taayip Erdoogan waliin dhimmoota gam-sadeerratti mari’achuuf Teerihaan galuu RTn gabaaseera.
Hoggantoonni sadeen dhimma Sooriyaarratti mari’achuu akka danda’anis gabaafameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.