Pirezidaant Saahilawarq Zawudee Niijar seenan

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) – Pirezidaant Saahilawarq Zawudee yeroo Niijara Niiyaami gahan Ministirri mummee biyyatti Maamaad Umuudun simannaa taasisaniiru.

Dhimmi imala Pirezidaant Saahilawarq, hidha haroomsa guddichaafi haala yeroo naannoo Tigraay irraatti Pirezidaantii Niijar Mohammad Baazoom waliin mari’achuufi.

Ministirri bishaan jallisii fi Inarjii Doktora Injinar Silashii Baqqala dhimma hidha haroomsa ilaalchise ejjannoo Itoophiyaa irratti odeffanno ni laatu jedhameet eegama.

Niijar dhabbata biyyoota gamtoomaniitti mana maree tasgabbiiti miseensa jijjiiraman kan tibbanaa keessaa takka.

Maddi:- EBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment