Pirezidaant Saahilawarq guyyaa gootota Itoophiyaaf ergaa baga geessanii dabarsan

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudee guyyaa gootota Itoophiyaa 80ffaa sababeefafchuun ergaa baga geessanii dabarsan.

Gootonni duri biyyi isaani birmadummaan ishee kabajame akka jiraatu kan taasisan yoo ta’u, har’as biyya eeguufi ijaaruuf gootummaan hundarra eegama jedhan Pirezidaant Saahilawarq.

Gootummaa duri kan tursiisnu, yoo kanaaf kaane qofa jechuun fuula Twiitara isaani irratti barreessaniiru.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan

 

Comments (0)
Add Comment