Pireezidaantonni naannolee afranii dhimmoota waloorratti mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee Kibba Itiyoophiyaa, Giddugala Itiyoophiyaa, Sidaamaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaa dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Mariin isaaniis hojiilee fuulduree fi hariiroo cimsuuf haalota dandeessisanirratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Haaluma kanaan, nageenyaa, hariiroo ummatootaa, hariiroo diinagdee fi misoomaa waloorratti mari’achuu ragaan Waajjira Pireezidaantii Kibba Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Baatii jalqabaa bara bajataa haaraatti hoggantoota biroo waliin ajandaalee misooma waarrarratti mari’achuuf karoorafamuun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment