Pireezidaantiin Zaambiyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Hichilama Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti Hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
 
Pireezidaanti Haakaayindeen wayita Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Boolee ga’anittis Ministirri Ministeeraa Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen simannaa taasisuufii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment