Pireezidaantiin Somaaliyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finifnnee galaniiru.

Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen simatamaniiru.

Maraa’ool Kadirtu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment