Pireezidaantiin Somaaliilaandi daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Somaaliilaandii Musee Biihii Abdii daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti deebi’aniiru.

Pireezidaanti Musee Biihii Abdii guyyaa kaleessaa Naannoo Somaalee Magalaa Jigjiggaa galuun isaanii ni yaadatama.

Haaluma kanaan Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahammad Pireezidaanti Musee Biihii Abdiif gaggeessaa taasisaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment