Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Ityoophiyaatti daawwannaa hojii xumuruun gara Keeniyaatti deebi’aniiru.
Pireezidaantichi wayita gara biyya isaanitti deebi’an Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun geggeessaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.