Pireezidaantiin Keeniyaa mootummaan Ityoophiyaa fi Gareen ABUT waliigalteerra ga’uu isaanii galateeffatan

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon mariin nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti gaggeeffamaa tureen waliigalteerraa ga’uu galateeffatean.

Pireezidantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon mariisisummaa Gamtaa Afrikaan dhimma Ityoophiyaarratti marii gaggeeffamaa ture ilaalchisuun ibsa baasaniiru.

Nageenya mirkaneessuuf carraaqqii taasifame dinqisiifataniiru.

Pireezidaanti Wiiliyaam, ummata Ityoophiyaaf yeroo waliif yaaduu, tokkummaa fi araaraa akka ta’us hawwaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment