Pireezidaantiin Keeniyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoon waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergogee Tasfaayee simatamaniiru.
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaa boruu eegalee guyyoota lamaaf Finfinneetti ni gaggeeffama.
Barakat Takkaalinyitu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment