Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen Ministira Misoomaa Ingiliz waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Misoomaa Ingiliz Viikii Foord waliin mari’atan.

Mariisaaniin, haala yeroo Ityoophiyaa, dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannowwan hongeefi waraanaan miidhamaniif taasifamu, naannowwan hongeen miidhamaniifi waraanaatti haala dubartootaafi daa’immanii akkasumas dhimmoota nageenyaarratti mari’achuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment