Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Burundii Bujumburaa galaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Dureewwaan Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Kibbaa 23ffaa Burundii Bujumburaatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Bujumburaa galuun ibsameera.
Pireezidaanti Taayyeen wayita buufata Xiyyaaraa Idi Addunyaa Meelchooy Indaadaayee gahan Pireezidaantiin biyyaattii Ivaaristee Nidaayishimiiyee fi Hoggantoonni Olaanoo biroon simatamaniiru
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.