Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uu isheetti gammaduu ibsan

Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uu isheetti gammaduu ibsaniiru.

Guyyaa har’aa yaa’ii 15ffaa BRICS irratti Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ taatee dabalamuu isheetiin gammachuu natti dhagahame ibsuun barbaada jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Milkaa’ina gama dippiloomaasiin argameef Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala addaatiin galateeffachuun barbaada jedhaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment