Pireezidaanti Shimallis guyyaa har’aa qofa Biqiltuu 335 dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan guyyaa har’aa qofaa Biqiltuu 335 dhaabuu ibsameera.
Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa qofa sagantaa Ashaaraa Magariisaan 4ffaan biqiltuuwwan miiliyoona dhibba 4 ol dhaabuuf dhaabbii duulaan gaggeeffamaa jiruun Pireezidaanti Shimmalis qofaa isaanii biqiltuuwwan 335 dhaabuu ibsameera.
Iddoosaa Abdiitu Gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment