Pireezidaanti Shimallis Godina Buunnoo Beddelleetti hojiilee misooma daawwachaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Buunnoo Beddelleetti hojiilee misooma garaagaraa daawwachaa jiraachuun ibsameera.

Pireezidaanti Shimallis wayita Buunnoo Beddellee gahan hawaasa godinichaan simannaan taasifamuu fi ragaan Kominikeeshinii Godinichaarra argame ni mul’isa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment