Pireezidaanti Shimallis Feestivaala Manneen Barnoota Ifa Boruu eegalchiisan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan feestivala manneen barnoota Ifa Boruu Bultii Addaa sadaarka 2ffaa fi manneen barnoota sadarkaa 2ffaa Naannoo Oromiyaa eegalchiisaniiru.

Feestivaalichi Yeroo jalqabaaf Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.

Sirna baniinsa feestivaalichaarratti Pireezidantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalate, Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi qondaaltonni biroon argamaniiru.

Feestivaala kanaraatis hojiileen kalaqaa garaagaraa argisiisaaf dhiyaataniiru jedhame.

Feestivaalichi guyyoota afuriif kan gaggeeffamu ta’uunis ibsameera.

Ifaa Dalasaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment