Pireezidaanti Shimallis ergaa baga geessanii bara barnootaa 2015 dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii bara barnootaa 2015 dabarsan.

Jalqabamuu bara barnootaa 2015n sababeeffachuun barattoota, barsiisotaa fi hawaasa barnootaa maraan baga bara barnootaa 2015n nagaan geessan jedhaniiru.

Pireezidaanti Shimallis”Hundi keenya daa’imman barnootaaf gahan gara mana barnootaa erguun gahee keenya haa bahannu” jechuun dhaamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment