Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Wallagga Lixaatti Sochii Carraa Hojii Uumuu dargaggootaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Federaala fi Naannoo argamaniiru.
Maartaa Geetaachootu gabaase.