Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan hojiilee misoomaa Godina Iluu Abbaa Boor daawwatan

Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan godina Iluu Abbaa Booritti Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.

Haaluma kanaan hojiilee inisheetiivii Misooma Baala Shaayee Yaatuu fi gurmaa’insa caasaa haaraa Gandaa daawwachuu ragaan Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment