Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Jimmaatti hojiilee misoomaa daawwataa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi jilli isaaniin durfamu Godina Jimmaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwachaa jiru.

Jilli kun Aanaa Gommaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwachaa jiraachuu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment