Pireezidaanti Shimallis Aanaa Maanaatti Inisheetivii Baala Shaaye fi Roozmarii daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti inisheetiivii baala shaayee fi roozmarii daawwachuu ragaan Kominikeeshinii Godinichaarra argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment