Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Walitti Qabaa Boordii Qaxxaamura Diimaa Fiinlaandi waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Walitti Qabaa Boordii Qaxxaamura Diimaa Fiinlaandi Eelii Altonan waliin mari’ataniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi marichaan, hariiroon Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Qaxxaamura Diimaa Fiinlaandi gidduu jiru waggoota 90 kan lakkoofsise sadarkaa gaariirraa jira jedhan.

Bu’uuraa ragaa Waldaa Qaxxaamururaa Dimaa Itiyoophiyaan walitti bu’iinsaa fi balaawwan uumamaan ummanni miiliyoonatti lakkaa’amu keessumaa dubartoonnii fi daa’immaan deeggarsa kan barbaadan ta’uun deeggarsi taasifamu akka cimu gaafataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment