Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Jigjigaa galan

Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawudeen kabaja guyyaa Sabaaf Sabalammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf Naannoo Somaalee Jigjigaa galaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi wayita Jigjiga galan Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammadii fi qondaaltonni olaanoo naannichaa simataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment