Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen gadda itti dhaga’ame ibse

Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda isaanitti dhaga’ame ibsan.

Pireezidaanti Saahilawarqi akka jedhanitti, Pirofeesar Bayyanaan diimokiraasii Itiyoophiyaaf quuqamuun hayyoota siyaasaa qabsaa’an keessaa tokko.

Qabsoo nagaa, olaantummaa yaadaa, falmii yaadaa, wayitaa miseensa Paarlaamaa turanitti mul’isuuf carraaqaniiru jedhan.
Maatiii isaaniifis jajjabinaa hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment