Pireezidaanti Saahilawarqi Naayiroobii galan

Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Yaa’ii Jijjiirama Qabeenyaa Qilleensaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Naayiroobii galaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi wayita Naayiroobii ga’anittis, qondaaltota mootummaa Keeniyaan simatamaniiru.

Yaa’iin Jijjiirama qabeenya qilleensaa kunis dhiibbaa jijjiiramaa qabneeya qilleensaa fi balawwaan hordofanii uumaman akka addunyaattis ta’e, akka Afrikaatti dhaabuuf haalota dandeessinarratti kan mari’atamuu ta’uu ragaan Keeniyaatti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Yaa’ichi har’arra eegalee guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment